caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah Taa-Haa, Verse 76

Mecca · revelation order 45 · 20:76

جَنَّٰتُ عَدْنٍ تَجْرِى مِن تَحْتِهَا ٱلْأَنْهَٰرُ خَٰلِدِينَ فِيهَا وَذَٰلِكَ جَزَآءُ مَن تَزَكَّىٰ

Oromo Translation - Gali AbaborJannatoowwan qubsumaa tan jala ishee laggeen yaatutu (isaanif jira); ishee keessa yeroo hunda jiraatu, Kun mindaa nama qulqulleeffateeti.
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70