caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah Taa-Haa, Verse 18

Mecca · revelation order 45 · 20:18

قَالَ هِىَ عَصَاىَ أَتَوَكَّؤُا۟ عَلَيْهَا وَأَهُشُّ بِهَا عَلَىٰ غَنَمِى وَلِىَ فِيهَا مَـَٔارِبُ أُخْرَىٰ

Oromo Translation - Gali Ababor(Muusaan) ni jedhe: “Isheen ulee tiyya; ishee irrattin hirkadha; Re’ee tiyyaaf isheenin (baala mukaa) harcaasa. Ishee keessa anaaf dhimmi biraas ni jira” .
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70