وَلِلَّهِ ٱلْمَشْرِقُ وَٱلْمَغْرِبُ فَأَيْنَمَا تُوَلُّوا۟ فَثَمَّ وَجْهُ ٱللَّهِ إِنَّ ٱللَّهَ وَٰسِعٌ عَلِيمٌ
Oromo Translation - Gali AbaborBahaafi Dhiitis kanuma Rabbiiti, Kanaafuu gara feetan yoo gara galtan Fuulli Rabbii achuma jira, Dhugumatti Rabbiin (rahmanni Isaa) bal’aadha; hunda beekaadha.