caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah Al-Israa, Verse 89

Mecca · revelation order 50 · 17:89

وَلَقَدْ صَرَّفْنَا لِلنَّاسِ فِى هَٰذَا ٱلْقُرْءَانِ مِن كُلِّ مَثَلٍ فَأَبَىٰٓ أَكْثَرُ ٱلنَّاسِ إِلَّا كُفُورًا

Oromo Translation - Gali AbaborDhugumatti, Nuti Qur’aana kana keessatti fakkeenyota hunda irraa namootaaf addeessinee jirra. Irra hedduun namootaa kafaruu malee didan.
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70