وَنُنَزِّلُ مِنَ ٱلْقُرْءَانِ مَا هُوَ شِفَآءٌ وَرَحْمَةٌ لِّلْمُؤْمِنِينَ وَلَا يَزِيدُ ٱلظَّٰلِمِينَ إِلَّا خَسَارًا
Oromo Translation - Gali AbaborNuti Qur’aana irraa nibuufna waan inni qorichaafi rahmata mu’uminootaaf ta’e. zaalimtootaaf hoongoo malee hindabalu.