caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah Al-Israa, Verse 111

Mecca · revelation order 50 · 17:111

وَقُلِ ٱلْحَمْدُ لِلَّهِ ٱلَّذِى لَمْ يَتَّخِذْ وَلَدًا وَلَمْ يَكُن لَّهُۥ شَرِيكٌ فِى ٱلْمُلْكِ وَلَمْ يَكُن لَّهُۥ وَلِىٌّ مِّنَ ٱلذُّلِّ وَكَبِّرْهُ تَكْبِيرًۢا

Oromo Translation - Gali Ababor”Faaruun hundi kan Rabbii ilma hin godhatiniiti, kan mootummaa keessatti hiriyyaa hin qabneefi kan sababa salphinaa irraa gargaaraan isaaf hin jirreeti” jedhi. Guddisuu Isa guddisi
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70