caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah An-Nahl, Verse 86

Mecca · revelation order 70 · 16:86

وَإِذَا رَءَا ٱلَّذِينَ أَشْرَكُوا۟ شُرَكَآءَهُمْ قَالُوا۟ رَبَّنَا هَٰٓؤُلَآءِ شُرَكَآؤُنَا ٱلَّذِينَ كُنَّا نَدْعُوا۟ مِن دُونِكَ فَأَلْقَوْا۟ إِلَيْهِمُ ٱلْقَوْلَ إِنَّكُمْ لَكَٰذِبُونَ

Oromo Translation - Gali AbaborIsaan (Rabbitti waan biraa) qindeessan yeroo qindoolee isaanii argan nijedhan “Gooftaa keenya! Isaan kun qidoolee keenya warra nuti siin ala kadhachaa turreedha”. (Gabbaramtoonnis) “dhugumatti isin kijiboodha” (jedhuun) jecha gara isaanii darbatu.
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70