caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah An-Nahl, Verse 84

Mecca · revelation order 70 · 16:84

وَيَوْمَ نَبْعَثُ مِن كُلِّ أُمَّةٍ شَهِيدًا ثُمَّ لَا يُؤْذَنُ لِلَّذِينَ كَفَرُوا۟ وَلَا هُمْ يُسْتَعْتَبُونَ

Oromo Translation - Gali AbaborGuyyaa ummata hunda irraa ragaa kaafnu [yaadadhaa]. Sana booda isaan kafaraniif (akka haasa’an) hayyamamu, (Komii dhiifama qabus) hin komatamanu.
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70