caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah An-Nahl, Verse 41

Mecca · revelation order 70 · 16:41

وَٱلَّذِينَ هَاجَرُوا۟ فِى ٱللَّهِ مِنۢ بَعْدِ مَا ظُلِمُوا۟ لَنُبَوِّئَنَّهُمْ فِى ٱلدُّنْيَا حَسَنَةً وَلَأَجْرُ ٱلْـَٔاخِرَةِ أَكْبَرُ لَوْ كَانُوا۟ يَعْلَمُونَ

Oromo Translation - Gali AbaborIsaan erga miidhamanii booda (karaa) Rabbii keessatti godaanan, dhugumatti addunyaa keessatti (qubannaa) gaarii ta’e isaan qubsiifna. mindaa Aakhiraatu irra guddaadha Odoo kan beekan ta’anii.
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70