caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah An-Nahl, Verse 25

Mecca · revelation order 70 · 16:25

لِيَحْمِلُوٓا۟ أَوْزَارَهُمْ كَامِلَةً يَوْمَ ٱلْقِيَٰمَةِ وَمِنْ أَوْزَارِ ٱلَّذِينَ يُضِلُّونَهُم بِغَيْرِ عِلْمٍ أَلَا سَآءَ مَا يَزِرُونَ

Oromo Translation - Gali AbaborAkka Guyyaa Qiyaamaa guutuu taatee badii isaaniitiifi badii warra beekumsa malee jallisanii irraa baadhatanuuf (kana jedhu). Dhagahaa! Wanti isaan baadhatan waa fokkate!
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70