إِنَّمَا جُعِلَ ٱلسَّبْتُ عَلَى ٱلَّذِينَ ٱخْتَلَفُوا۟ فِيهِ وَإِنَّ رَبَّكَ لَيَحْكُمُ بَيْنَهُمْ يَوْمَ ٱلْقِيَٰمَةِ فِيمَا كَانُوا۟ فِيهِ يَخْتَلِفُونَ
Oromo Translation - Gali AbaborSanbatni (dhorgaa) kan godhame warruma isa keessatti wal dhaban qofa irratti. Dhugumatti Gooftaan kee guyyaa qiyaamaa waan isaan isa keessatti wal dhabaa turan keessatti gidduu isaanitti nimurteessa..