هُوَ ٱلَّذِى جَعَلَ لَكُمُ ٱلَّيْلَ لِتَسْكُنُوا۟ فِيهِ وَٱلنَّهَارَ مُبْصِرًا إِنَّ فِى ذَٰلِكَ لَـَٔايَٰتٍ لِّقَوْمٍ يَسْمَعُونَ
Oromo Translation - Gali AbaborInni (Rabbiin) Isa halkan akka isa keessa boqattan, isiniif taasiseedha, guyyaas immoo kan ibsu. Dhugumatti, kana keessa namoota dhagayaniif mallattooleetu jira.