caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah Yunus, Verse 6

Mecca · revelation order 51 · 10:6

إِنَّ فِى ٱخْتِلَٰفِ ٱلَّيْلِ وَٱلنَّهَارِ وَمَا خَلَقَ ٱللَّهُ فِى ٱلسَّمَٰوَٰتِ وَٱلْأَرْضِ لَـَٔايَٰتٍ لِّقَوْمٍ يَتَّقُونَ

Oromo Translation - Gali AbaborDhugumatti, bakka wal bu’uu halkaniifi guyyaa keessa, waan Rabbiin samiileefi dachii keessatti uume keessaas namoota (Rabbiin) sodaataniif mallattooleetu jira
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70