caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah Yunus, Verse 36

Mecca · revelation order 51 · 10:36

وَمَا يَتَّبِعُ أَكْثَرُهُمْ إِلَّا ظَنًّا إِنَّ ٱلظَّنَّ لَا يُغْنِى مِنَ ٱلْحَقِّ شَيْـًٔا إِنَّ ٱللَّهَ عَلِيمٌۢ بِمَا يَفْعَلُونَ

Oromo Translation - Gali AbaborIrra hedduun isaanii shakkii malee hin hordofan, shakkiin dhugaa irraa homaa hin duroomsu, Rabbiin beekaa waan isaan hojjataniiti.
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70