هُنَالِكَ تَبْلُوا۟ كُلُّ نَفْسٍ مَّآ أَسْلَفَتْ وَرُدُّوٓا۟ إِلَى ٱللَّهِ مَوْلَىٰهُمُ ٱلْحَقِّ وَضَلَّ عَنْهُم مَّا كَانُوا۟ يَفْتَرُونَ
Oromo Translation - Gali AbaborAchitti lubbuun hundi waan dabarsite ni beekkatti, Gara Rabbii Gooftaa isaanii kan dhugaa deebifamu. Sobni isaan uummachaa turan isaan irraa bada.