وَإِن يَمْسَسْكَ ٱللَّهُ بِضُرٍّ فَلَا كَاشِفَ لَهُۥٓ إِلَّا هُوَ وَإِن يُرِدْكَ بِخَيْرٍ فَلَا رَآدَّ لِفَضْلِهِۦ يُصِيبُ بِهِۦ مَن يَشَآءُ مِنْ عِبَادِهِۦ وَهُوَ ٱلْغَفُورُ ٱلرَّحِيمُ
Oromo Translation - Gali AbaborYoo Rabbiin rakkinaan si tuqe, Isa malee kan isa fuudhu hin jiru; yoo toltuun si fedhees, tola Isaa kan deebisu hin jiru. Isaan (tola saniin) gabroota Isaa irraa nama fedhe tuqa. Inni araaramaa, rahmata godhaadha.