وَأَنَّا مِنَّا ٱلصَّٰلِحُونَ وَمِنَّا دُونَ ذَٰلِكَ كُنَّا طَرَآئِقَ قِدَدًا
Oromo Translation - Gali AbaborNuti nurraa gaggaariin ni jiran. Ammas nurraa kan sanaan ala ta'antu jiru. Nuti warra karaalee adda addaati turre.
وَأَنَّا مِنَّا ٱلصَّٰلِحُونَ وَمِنَّا دُونَ ذَٰلِكَ كُنَّا طَرَآئِقَ قِدَدًا