وَيَرْزُقْهُ مِنْ حَيْثُ لَا يَحْتَسِبُ وَمَن يَتَوَكَّلْ عَلَى ٱللَّهِ فَهُوَ حَسْبُهُۥٓ إِنَّ ٱللَّهَ بَٰلِغُ أَمْرِهِۦ قَدْ جَعَلَ ٱللَّهُ لِكُلِّ شَىْءٍ قَدْرًا
Oromo Translation - Gali AbaborBakka inni hin yaadin irraayis isa soora. Nama Rabbi irratti hirkatuuf Inni isaaf ga'aadha, Rabbiin ajaja isaa bakkaan ga'aadha. Dhugumatti Rabbiin waan hundaafuu yeroo murtaawaa taasiseera.