وَتَرَىٰ كَثِيرًا مِّنْهُمْ يُسَٰرِعُونَ فِى ٱلْإِثْمِ وَٱلْعُدْوَٰنِ وَأَكْلِهِمُ ٱلسُّحْتَ لَبِئْسَ مَا كَانُوا۟ يَعْمَلُونَ
Oromo Translation - Gali AbaborBaay’ee isaan irraa ta'e kan badii, daangaa dabruufi wantoota dhorgaman nyaachuu isaanii keessatti ariifatan argita. Wantoonni isaan hojjataa turan waa fokkate!