قُلْ يَٰٓأَهْلَ ٱلْكِتَٰبِ هَلْ تَنقِمُونَ مِنَّآ إِلَّآ أَنْ ءَامَنَّا بِٱللَّهِ وَمَآ أُنزِلَ إِلَيْنَا وَمَآ أُنزِلَ مِن قَبْلُ وَأَنَّ أَكْثَرَكُمْ فَٰسِقُونَ
Oromo Translation - Gali Ababorjedhi "Yaa warra kitaabaa! Sila waan nurraa jibbitan niqabdanii nuti Rabbitti amanuu keenya malee? waan gara keenya buufamettis, waan kana dura buufamettis (amanuu keenya malee).irra hedduun keessan finciltoota.