caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah Al-Maaida, Verse 40

Medina · revelation order 112 · 5:40

أَلَمْ تَعْلَمْ أَنَّ ٱللَّهَ لَهُۥ مُلْكُ ٱلسَّمَٰوَٰتِ وَٱلْأَرْضِ يُعَذِّبُ مَن يَشَآءُ وَيَغْفِرُ لِمَن يَشَآءُ وَٱللَّهُ عَلَىٰ كُلِّ شَىْءٍ قَدِيرٌ

Oromo Translation - Gali AbaborSila ati Rabbiin mootummaan samiileefi dachii kan Isaa ta’uu hin beeknee! Nama fedhe ni adaba; nama fedheef ni araarama. Rabbiin waan hunda irratti danda’aadha.
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70