caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah Al-Maaida, Verse 35

Medina · revelation order 112 · 5:35

يَٰٓأَيُّهَا ٱلَّذِينَ ءَامَنُوا۟ ٱتَّقُوا۟ ٱللَّهَ وَٱبْتَغُوٓا۟ إِلَيْهِ ٱلْوَسِيلَةَ وَجَٰهِدُوا۟ فِى سَبِيلِهِۦ لَعَلَّكُمْ تُفْلِحُونَ

Oromo Translation - Gali AbaborYaa warra amantan! Rabbiin sodaadhaa. Waan gara Isaatti dhihaattaniin barbaadaa.karaa Isaa keessattis qabsaa’aa. Akka milkooftaniif jecha.
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70