وَإِذْ قَالَ مُوسَىٰ لِقَوْمِهِۦ يَٰقَوْمِ ٱذْكُرُوا۟ نِعْمَةَ ٱللَّهِ عَلَيْكُمْ إِذْ جَعَلَ فِيكُمْ أَنۢبِيَآءَ وَجَعَلَكُم مُّلُوكًا وَءَاتَىٰكُم مَّا لَمْ يُؤْتِ أَحَدًا مِّنَ ٱلْعَٰلَمِينَ
Oromo Translation - Gali AbaborYeroo Muusaan ummata isaatiin jedhe [yaadadhaa]: "yaa ummata kiyya! Ni’imaa Rabbiin isin irratti oole yaadadhaa. yeroo nabiyyota isin keessa taasisee, moototas isin godheefi waan aalama irraa namtokkoofillee hin kennin isiniif kennee.