caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah Al-Maaida, Verse 119

Medina · revelation order 112 · 5:119

قَالَ ٱللَّهُ هَٰذَا يَوْمُ يَنفَعُ ٱلصَّٰدِقِينَ صِدْقُهُمْ لَهُمْ جَنَّٰتٌ تَجْرِى مِن تَحْتِهَا ٱلْأَنْهَٰرُ خَٰلِدِينَ فِيهَآ أَبَدًا رَّضِىَ ٱللَّهُ عَنْهُمْ وَرَضُوا۟ عَنْهُ ذَٰلِكَ ٱلْفَوْزُ ٱلْعَظِيمُ

Oromo Translation - Gali AbaborRabbiin ni jedhe: "Kun guyyaa warra dhugaa dubbatan dhugaan isaanii isaan fayyaduudha. Isaaniif ishee keessatti yeroo hunda hafaa ta'anii jannatoota jala ishee laggeen yaatutu jira. Rabbiin isaan irraa jaalateera. Isaanis Isarraa jaalataniiru. Kun milkii guddaadha."
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70