caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah Al-Maaida, Verse 109

Medina · revelation order 112 · 5:109

يَوْمَ يَجْمَعُ ٱللَّهُ ٱلرُّسُلَ فَيَقُولُ مَاذَآ أُجِبْتُمْ قَالُوا۟ لَا عِلْمَ لَنَآ إِنَّكَ أَنتَ عَلَّٰمُ ٱلْغُيُوبِ

Oromo Translation - Gali AbaborGuyyaa Rabbiin ergamoota (Isaa) walitti qabee "deebii maaliitu isiniif deebi’e" jedhu [yaadadhu]. [Isaan] "nuti beekkomsi nuuf hintaane; Ati situ akkaan beekaa fagooti" jedhan.
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70