فَسَتَذْكُرُونَ مَآ أَقُولُ لَكُمْ وَأُفَوِّضُ أَمْرِىٓ إِلَى ٱللَّهِ إِنَّ ٱللَّهَ بَصِيرٌۢ بِٱلْعِبَادِ
Oromo Translation - Gali AbaborWaanin ani isiniin jedhu kana yaadachuuf jirtu. Ani dhimma kiyya gara Rabbiittin hirkifadha. Rabbiin gabroota Isaa argaadha.”