وَقَالَ مُوسَىٰٓ إِنِّى عُذْتُ بِرَبِّى وَرَبِّكُم مِّن كُلِّ مُتَكَبِّرٍ لَّا يُؤْمِنُ بِيَوْمِ ٱلْحِسَابِ
Oromo Translation - Gali AbaborMuusaan ni jedhe: “ Ani Rabbii kiyyaafi Rabbii keessanittiin maganfadhe nama boonaa guyyaa herregaatti hin amanne hunda irraa.”