وَمَن يَقْتُلْ مُؤْمِنًا مُّتَعَمِّدًا فَجَزَآؤُهُۥ جَهَنَّمُ خَٰلِدًا فِيهَا وَغَضِبَ ٱللَّهُ عَلَيْهِ وَلَعَنَهُۥ وَأَعَدَّ لَهُۥ عَذَابًا عَظِيمًا
Oromo Translation - Gali AbaborNamni odoo beekuu mu’umina ajjeese, galanni isaa, jahannami achi keessatti hafa,Rabbiin isa irratti dallanee, isa abaaree jiraa. azaaba guddaa isaaf qopheesse.