caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah An-Nisaa, Verse 85

Medina · revelation order 92 · 4:85

مَّن يَشْفَعْ شَفَٰعَةً حَسَنَةً يَكُن لَّهُۥ نَصِيبٌ مِّنْهَا وَمَن يَشْفَعْ شَفَٰعَةً سَيِّئَةً يَكُن لَّهُۥ كِفْلٌ مِّنْهَا وَكَانَ ٱللَّهُ عَلَىٰ كُلِّ شَىْءٍ مُّقِيتًا

Oromo Translation - Gali AbaborNamni araarama gaarii araarse, ishee irraa qoodni (mindaan) isaaf ta’a. Namni araarama gadhee araarses, ishee irraa qoodni (hamaan) isaaf ta’a. Rabbiin waan hunda irratti danda’aadha.
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70