caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah An-Nisaa, Verse 161

Medina · revelation order 92 · 4:161

وَأَخْذِهِمُ ٱلرِّبَوٰا۟ وَقَدْ نُهُوا۟ عَنْهُ وَأَكْلِهِمْ أَمْوَٰلَ ٱلنَّاسِ بِٱلْبَٰطِلِ وَأَعْتَدْنَا لِلْكَٰفِرِينَ مِنْهُمْ عَذَابًا أَلِيمًا

Oromo Translation - Gali AbaborDhalas odoo dhugumaan irraa dhorgamanii jiranuu fudhachuu isaaniitiin, horii namaa karaa malee waan nyaataniif (isaan abaarre), Kaafiroota isaan irraa ta'aniif adabbii laalessaa qopheessineerra.
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70