caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah An-Nisaa, Verse 14

Medina · revelation order 92 · 4:14

وَمَن يَعْصِ ٱللَّهَ وَرَسُولَهُۥ وَيَتَعَدَّ حُدُودَهُۥ يُدْخِلْهُ نَارًا خَٰلِدًا فِيهَا وَلَهُۥ عَذَابٌ مُّهِينٌ

Oromo Translation - Gali AbaborNamni Rabbiifi ergamaa Isaa faallessee, daangaawwan Isaas dabre kan ishee keessatti hafu ta'ee (Rabbiin) ibidda isa seensisa. Isaafis adabbii xiqqeessaa ta’etu jira.
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70