caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah Saba, Verse 2

Mecca · revelation order 58 · 34:2

يَعْلَمُ مَا يَلِجُ فِى ٱلْأَرْضِ وَمَا يَخْرُجُ مِنْهَا وَمَا يَنزِلُ مِنَ ٱلسَّمَآءِ وَمَا يَعْرُجُ فِيهَا وَهُوَ ٱلرَّحِيمُ ٱلْغَفُورُ

Oromo Translation - Gali AbaborInni waan dachii keessa seenu, waan ishee irraa bahu, waan samii irraa bu’uufi waan ishee keessa ol ba’us ni beeka. Inni mararfataa, araaramaadha.
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70