caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah Luqman, Verse 29

Mecca · revelation order 57 · 31:29

أَلَمْ تَرَ أَنَّ ٱللَّهَ يُولِجُ ٱلَّيْلَ فِى ٱلنَّهَارِ وَيُولِجُ ٱلنَّهَارَ فِى ٱلَّيْلِ وَسَخَّرَ ٱلشَّمْسَ وَٱلْقَمَرَ كُلٌّ يَجْرِىٓ إِلَىٰٓ أَجَلٍ مُّسَمًّى وَأَنَّ ٱللَّهَ بِمَا تَعْمَلُونَ خَبِيرٌ

Oromo Translation - Gali AbaborSila hingarree Rabbiin halkan guyyaa keessa seensisee guyyaas halkan keessa seensisuu, aduufi ji’as haala hundumtuu hanga beellama beekamaatti deemanuun kan isaan laaffise ta’uu. Rabbiin wanta isin hojjattan hunda keessa beekaadha.
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70