caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah Aal-i-Imraan, Verse 53

Medina · revelation order 89 · 3:53

رَبَّنَآ ءَامَنَّا بِمَآ أَنزَلْتَ وَٱتَّبَعْنَا ٱلرَّسُولَ فَٱكْتُبْنَا مَعَ ٱلشَّٰهِدِينَ

Oromo Translation - Gali Ababor“Yaa Gooftaa keenya! Nuti waan Ati buuftetti amanneerra. Ergamicha (Iisaas) hordofne; kanaafuu warra [Rabbiin malee Gooftaan biraa akka hin jirre] ragaa ba’an wajjin nu barreessi” [jedhan].
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70