caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah Aal-i-Imraan, Verse 172

Medina · revelation order 89 · 3:172

ٱلَّذِينَ ٱسْتَجَابُوا۟ لِلَّهِ وَٱلرَّسُولِ مِنۢ بَعْدِ مَآ أَصَابَهُمُ ٱلْقَرْحُ لِلَّذِينَ أَحْسَنُوا۟ مِنْهُمْ وَٱتَّقَوْا۟ أَجْرٌ عَظِيمٌ

Oromo Translation - Gali Ababor(Isaan) warra erga madaan isaan tuqee booda Rabbiifi ergamaaf awwaataniidha. Isaan irraa warra toltuu hojjataniifi Rabbiin sodaataniif mindaa guddaatu jira.
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70