أَمْ حَسِبْتُمْ أَن تَدْخُلُوا۟ ٱلْجَنَّةَ وَلَمَّا يَعْلَمِ ٱللَّهُ ٱلَّذِينَ جَٰهَدُوا۟ مِنكُمْ وَيَعْلَمَ ٱلصَّٰبِرِينَ
Oromo Translation - Gali AbaborSila odoo Rabbiin isin irraa warra qabsaa’aniifi warra obsan hin hinbeekin (adda hinbaasin) jannata seenuu yaadduu?