caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah Aal-i-Imraan, Verse 126

Medina · revelation order 89 · 3:126

وَمَا جَعَلَهُ ٱللَّهُ إِلَّا بُشْرَىٰ لَكُمْ وَلِتَطْمَئِنَّ قُلُوبُكُم بِهِۦ وَمَا ٱلنَّصْرُ إِلَّا مِنْ عِندِ ٱللَّهِ ٱلْعَزِيزِ ٱلْحَكِيمِ

Oromo Translation - Gali AbaborIsin gammachiisuufi onneewwan keessan ittiin haa tasgabbooftuuf malee Rabbiin (waan biraatiif) isa hin taasifne. Tumsi Rabbii injifataa, ogeessa ta’e irraa malee hin jiru.
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70