أُو۟لَٰٓئِكَ ٱلَّذِينَ ٱشْتَرَوُا۟ ٱلْحَيَوٰةَ ٱلدُّنْيَا بِٱلْـَٔاخِرَةِ فَلَا يُخَفَّفُ عَنْهُمُ ٱلْعَذَابُ وَلَا هُمْ يُنصَرُونَ
Oromo Translation - Gali AbaborIsaan warra jireenya addunyaa Aakhiraan bitataniidha. Kanaafuu azaabni isaan irraa hin salphifamu. Isaan hin gargaaramanus.