caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah Al-Baqara, Verse 204

Medina · revelation order 87 · 2:204

وَمِنَ ٱلنَّاسِ مَن يُعْجِبُكَ قَوْلُهُۥ فِى ٱلْحَيَوٰةِ ٱلدُّنْيَا وَيُشْهِدُ ٱللَّهَ عَلَىٰ مَا فِى قَلْبِهِۦ وَهُوَ أَلَدُّ ٱلْخِصَامِ

Oromo Translation - Gali AbaborNamoota irraa nijira kan jechi isaa addunyaa irratti si dinqisiisu. waan qalbii isaa keessa jiru irratti Rabbiin ragaa godhata, inni falmiidhaan jabaa.
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70