يَٰٓأَيُّهَا ٱلَّذِينَ ءَامَنُوا۟ كُلُوا۟ مِن طَيِّبَٰتِ مَا رَزَقْنَٰكُمْ وَٱشْكُرُوا۟ لِلَّهِ إِن كُنتُمْ إِيَّاهُ تَعْبُدُونَ
Oromo Translation - Gali AbaborYaa warra amantan! Gaggaarii waan nuti isiniif kenninee irraa nyaadhaa, Rabbiif galata galchaa yoo kan Isa (qofa) gabbartan taatan.