تِلْكَ أُمَّةٌ قَدْ خَلَتْ لَهَا مَا كَسَبَتْ وَلَكُم مَّا كَسَبْتُمْ وَلَا تُسْـَٔلُونَ عَمَّا كَانُوا۟ يَعْمَلُونَ
Oromo Translation - Gali AbaborDhugumatti isheen sun ummata dabarte. Isheef waan oomishteetu jira; Isiniifis waan oomishtaniitu jira. Isinis waan isaan hojjataa turan irraa hin gaafatamtanu