بَدِيعُ ٱلسَّمَٰوَٰتِ وَٱلْأَرْضِ وَإِذَا قَضَىٰٓ أَمْرًا فَإِنَّمَا يَقُولُ لَهُۥ كُن فَيَكُونُ
Oromo Translation - Gali Ababor(Inni) argamsiisaa samiifi dachiiti, Yeroo dhimma wahii murteesses, wanti Inni isaan jedhu argamii qofa; yeroma san argama.