وَٱللَّهُ خَلَقَكُمْ ثُمَّ يَتَوَفَّىٰكُمْ وَمِنكُم مَّن يُرَدُّ إِلَىٰٓ أَرْذَلِ ٱلْعُمُرِ لِكَىْ لَا يَعْلَمَ بَعْدَ عِلْمٍ شَيْـًٔا إِنَّ ٱللَّهَ عَلِيمٌ قَدِيرٌ
Oromo Translation - Gali AbaborRabbiin isin uume, Ergasii isin ajjeesa, Isin irraas nama gara umrii gadi aanaa (dullumaa) deebifamutu jira, Beekumsa booda akka homaa hin beekneef, Rabbiin beekaa, danda’aadha.