caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah An-Nahl, Verse 48

Mecca · revelation order 70 · 16:48

أَوَلَمْ يَرَوْا۟ إِلَىٰ مَا خَلَقَ ٱللَّهُ مِن شَىْءٍ يَتَفَيَّؤُا۟ ظِلَٰلُهُۥ عَنِ ٱلْيَمِينِ وَٱلشَّمَآئِلِ سُجَّدًا لِّلَّهِ وَهُمْ دَٰخِرُونَ

Oromo Translation - Gali AbaborSila wantoota irraa gara waan Rabbiin uumee hin ilaalanii? kan gaaddisoonni isaa gara mirgaafi bitaawwanitti dabu xiqqaatoo ta’anii Rabbiif sujuudan.
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70