caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah An-Nahl, Verse 23

Mecca · revelation order 70 · 16:23

لَا جَرَمَ أَنَّ ٱللَّهَ يَعْلَمُ مَا يُسِرُّونَ وَمَا يُعْلِنُونَ إِنَّهُۥ لَا يُحِبُّ ٱلْمُسْتَكْبِرِينَ

Oromo Translation - Gali AbaborRabbiin waan isaan dhoksaniifi waan isaan mul’isanis beekaa ta’uutti shakkiin hin jiru. Inni boontota hin jaallatu.
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70