caseriqMeaning search in the Qur'an

Surah An-Nahl, Verse 14

Mecca · revelation order 70 · 16:14

وَهُوَ ٱلَّذِى سَخَّرَ ٱلْبَحْرَ لِتَأْكُلُوا۟ مِنْهُ لَحْمًا طَرِيًّا وَتَسْتَخْرِجُوا۟ مِنْهُ حِلْيَةً تَلْبَسُونَهَا وَتَرَى ٱلْفُلْكَ مَوَاخِرَ فِيهِ وَلِتَبْتَغُوا۟ مِن فَضْلِهِۦ وَلَعَلَّكُمْ تَشْكُرُونَ

Oromo Translation - Gali AbaborInni Isa galaana isiniif laaffise akka isa irraa foon haarawa nyaattaniifi faaya ishee uffattanis isa irraa baafattaniif jecha. Dooniwwan isa (galaana) keessa baqaqsituu taatee (kan deemtu) argita. Akka tola isaa irraa barbaaddaniifi akka galateeffattaniif jecha (kana godhe).
Looking for a topic? Try the meaning search — your question is scanned across all 6,236 verses.
Language — 70