ثُمَّ قِيلَ لِلَّذِينَ ظَلَمُوا۟ ذُوقُوا۟ عَذَابَ ٱلْخُلْدِ هَلْ تُجْزَوْنَ إِلَّا بِمَا كُنتُمْ تَكْسِبُونَ
Oromo Translation - Gali AbaborErgasii isaan miidhaa hojjataniin ni jedhama: “Azaaba turaa dhandhamaa! Sila waan hojjataa turtaniin malee ni mindeeffamtuu?”